Hundeessaafi gaggeessaan Bultum Akadaamii, Ariif Bakar, Ameerikaatti hiree barnoota foyyaa'aa ijoollee namoota Itoophiyaarraa dabalatee Afrikaa bahaarraa godaananiif uumeen badhaafame. Badhaasni Bush ...
''Itoophiyaatti Mootichi Miniliik osoo barnoota ammayyaa hin jalqabiin dura umurii isaa waggaa 10'niin garbummaatti kan gurgurame Daani'eel Dabalaa nama jedhamutu barnoota ammayyaa Itoophiyaatti ...