Waldhabdeen jeneraalota lama gidduutti uumame akkamitti biyyoota hedduu garee lamatti qoodaa jira? Waraanni biyya keessaa Sudaanitti eegalamee waggaa lamaa fi walakkaa booda ammallee akkuma itti ...
Humnootiin nageenyaa Sudaan namoota mormii fonqolcha motummaa waraanaan gaggeeffameef magaalaa guddiittii biyyattii Kaartuum keessatti bahan irratti tarkaanfii humnaan olii fudhachuun himataman.