Yeroon qorumsi biyyaalessaa Itoophiyaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa itti kennamuufi yeroo manneen barnootaa baadiyaafi kan magaala Finfinneetti eegalan ilaalchiisuun Ministeerri Barnootaa yaada dhiyeesse.
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa yeroo hin beekamnetti darbuu Ministeerri Barnootaa ibseera. Qorumsi kan dabarfameef dhiibbaa haalli nageenyaa biyyattii yeroo ammaa uumeeni jedhan De'eetaan ...