Shamarreewwaan baatii Caamsaa gadi dhiifaman keessa tokkoo wayita to'annaa garee milishoota Bookoo Haraam jala turte, waggoota sadiif attamiin yaadannoo qabachaa akka turte gaazexessituu Adaa'obii ...
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa gosoota barnootaa qormaata kutaa 12ffaa irratti dhiyaatanii fi keessaa hambise haaraa ifa godhe. Kanaan dura qormaata kutaa 12ffaa irratti dhiyaata kan ture barnoonni ...